Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Roomaa 12:5 - KITAABA WAAQA

5 Akasuma ato nu nama heddule taane, Kristo keesa nuuni ch'ufti nama toko, ammalle akuma mitaani nafa ch'ufti wolti ejitu, nuleeni wolti ejina.

Gade chapit la Kopi




Roomaa 12:5
15 Referans Kwoze  

D'uguma mita hedduti jira, ammo nafi taka.


Waan qit'aani toko ch'allaani jiruufi, nuuni ch'ufti, ato heddu taanele, nafa toko; wonti akanatiifi qit'a toko qoodanna.


Iti deebitani inkiyyibiina duuba! Nami ch'ufti ha oboleesa ufiti d'uga dubbatuuti; wonti akanatiifi nuuni ch'ufti nafa Kristo keesati mita.


ammalle Kristo, ka mataa isaatu ya jabeesu lakise. Qorqorti Kristo jalati nafi ch'ufti inquufa, mitafi maach'eerati wolti qaba, akuma Waaqi fed'u guddata.


wonti akanatiifi nu mita nafa isaati.


Anini amma waan maro teesanii gaargaleefi gammada. Wonti akanatiifi, maro gaargala nafa kiyyatiifi, anini gaargala Kristoni maro nafa isaatiifi gaargale ka hafe hobaasa. Nafi isaa gumi isaati.


Gumiini Waaqa nafa Kristoti; qit'ooma isaati, ka waan ch'ufa fulla ch'ufati qit'eesu.


Akuma anini tolchu tolcha: waan tolchu ch'ufaani anini nama gammachiisu fed'a, waan dansooma tiyya inheregu, ammo dansooma nama ch'ufa herega, aka nami ch'ufti baafamu.


Nafi nama mita heddu qaba, ammalle mitaani tunini ch'ufti huji ufi qabdi.


Akuma Kristoni mata gumi isaa, d'iirsileeni mata niiti isaati; Kristoleeni ufi isaati Qarqaarsa gumi, ta nafa isaa.


Anini amma tana lafa keesa intau, ammo jari kunini lafa keesa taa; anini gara kanke d'ufa. Ee Aabbo qulqullo jabeenna kanke ka atini naa kennite sunini worra qorqorad'i aka worri akuma kenna taka tahu.


Isani aka nafi keesani mita Kristo imbeetani? Anini mita Kristo toko fuud'e nafa sharmut'a tolcha? Hiyyo, intaatu!


Wonti inni waan kana tolcheefi aka gumi Waaqa ch'ufa huji Waaqaati kurfeesu, aka nafa Kristo jaarani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite