Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 9:11 - KITAABA WAAQA

11 Ammalle eegi guyya afurtamatiifi bulti afurtama suni AABBO waaqi d'akha hahafalicha lamaani kaani, ka wold'aqisa irati t'aafani, naa kenne.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 9:11
6 Referans Kwoze  

Anini gaara kore d'akha hahafalicha ka wold'aqisa AABBO Waaqi isani woliini tolfate fuud'uu d'aqe, gaafasi anini guyya afurtamatiifi halkani afurtama achi tae, ka woma tokole nyaad'e ind'ugini.


Isi keesa fulla hit'aana iti aarsani ta worqiini mid'aasaniifi Sanduqa Wold'aqisa, ka Waaqa, ka worqi dibaniti jira. Sanduqi kaani eele worqi ta sagale manna jed'ani qabduufi ule Haruni, ta baala baaftefi d'akha lama ka dubbi wold'aqisa irati t'aafisa qabdu qaba.


Gumiini Israeli gaara qulqullo Sinaiti kaate, godaana guyya sadi godaante. Sanduqi Wold'aqisa AABBO Waaqa hojja ch'ufa worra dura deeme, aka fulla qutuma worraa laalu.


Biyyiti aka Musani gaara gubbati ture argite jennaani Haruniti d'ufte waan jette, Nu waan Musa ka lafa Misiri keesaa nu baase qabate imbeennu; waaqoota nuuni deemtu nuu mid'aasi.


Eegi Waaqi gaara Sinai irati dubbi Musani jed'e ch'ufa buufate, inni d'akha hafalicha ka inni harka ufitiini seera irati t'aafe kaani iti kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite