Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 8:7 - KITAABA WAAQA

7 AABBO Waaqi keesani lafa gabbotini isani d'ufa — lafa galaanafi maddaafi bisaani lafa jala oliyaani, baleefi gaareeniti baafatani, qabdu;

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 8:7
17 Referans Kwoze  

Tanaafi anini amma aka harka worra Misiri keesaa baasufi gadi bue, ammalle aka lafa suni keesaa baase lafa ballo dansa, ta aananifi dammi aka lolaa yau, lafa gosa Kanaani, ta Hiti, ta Amori, ta Parizi, ta Hivi, ta Yebusii geesa.


Anini gaafasi worrati kakhad'e waan jed'eeni, Anini lafa Misiri keesaa isani baase lafa lafa ch'ufa ira dansaa, ta aananifi dammi aka lola yautini isani d'ufa.


Inni harre ufii mukha zabibuti hid'a, bukhurale zabibu ira dansati hid'a. Inni woya ufile daad'i diimtu zabibutiini miich'ata.


Tanaafi akuma AABBO Waaqi isaniini jed'e tolcha: aada isaa gula fidama, isa sodaad'a.


lafa dargaye, garbu, zabibu, oda, okhoku, ejersafi damma qabdu.


haga anini lafa, lafa teesani fakaatu, ta mid'aanifi daad'i qabdu, ta qit'afi zabibu qabdu, ta d'ad'afi damma qabdu keesati isani qubsisuti. Yo waan inni fed'u tolchitani, isani indootani, injiratani. Dubbi Hezekia, ta inni, AABBO Waaqati nu baasa jed'e isani sobe suni ind'ugeefatina.


Jennaani worri kakhu Waaqa dide lafa dansa sunile jibbe.


Anini lafa gabbo wo qabduni d'ufe, aka worri mid'aani isiitiifi waan dansa d'ibi isiini baaftu nyaate gammadu. Ammo fulla suni worri lafa tiyya balleese, lafa anini d'aalaa worraa kenne t'ureese.


Jennaani inni latta mukhaa lafa Israeli keesaa hundaani buqise, lafa bisaani, ta biyye dansa qabdu, keesa d'aabe.


Yo isani achini baatani biyya dagu jirtu agartani laftileeni ballo wonti nami fed'u ch'ufti keesa jirti, ammalle Waaqi ya harka keesaniti kenne.


Atini bale keesaa madda yaafte jiddu kubile laga baafta.


Haga anini sirba kana sirbe jaala kiyyaafi oobru isaa ta zabibu faarsu, na ch'aqasa: Jaali kiyya oobru zabibu qaba, ta gaara dansa gubba jirtu.


haga anini lafa lafa teesani fakaatu, ta mid'aanifi daad'i qabdu ta qit'afi zabibu qabdu, keesati isani qufsisuuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite