Qaabacha Seera 7:13 - KITAABA WAAQA13 Inni isani jaalate isani eebisa, aka isani daraartani ilmaani heddu d'alttani; inni oobru teesani eebise, duuba isani mid'aani, daad'i, d'ad'ale keesa argattani ammalle inni isani eebise loonifi reele horattani. inni waan kana ch'ufa lafa inni ababoota teesani kakhate keesati isanii kenna. Gade chapit la |
Ee Waaqa, Waaqa keenna, guddinni kanke waan akami! Jabeenni kanke akami nama naasise nama mudamsiisa! Atini kara d'ugaatini kakhu duri nu kakhate ch'ufa guuta. Haguma duri bara hayyooti Ashuru nu dabsite haga arrale, nu akasuma gaargala qamna! Hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagootafi ababootafi gumiini teennaleeni ch'ufti la guddo gaargalte; gaargala keenna gudda suni qaabad'i!