Qaabacha Seera 7:12 - KITAABA WAAQA12 Yo isani dubbi tana ch'aqaftani garaa tokooni gula deemtani, AABBO Waaqi keesani wold'aqisa isani wold'at'ani kana guute jaalala ufii isani garsiisa, akuma inni ababoota teesaniti kakhate. Gade chapit la |
Ee Waaqa, Waaqa keenna, guddinni kanke waan akami! Jabeenni kanke akami nama naasise nama mudamsiisa! Atini kara d'ugaatini kakhu duri nu kakhate ch'ufa guuta. Haguma duri bara hayyooti Ashuru nu dabsite haga arrale, nu akasuma gaargala qamna! Hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagootafi ababootafi gumiini teennaleeni ch'ufti la guddo gaargalte; gaargala keenna gudda suni qaabad'i!