Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 7:11 - KITAABA WAAQA

11 Duuba tanaafi waan isani barsiisani kana guuta, gula yaa: aadaafi seera anini arra, isanii kenne kana jabeesa guuta.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 7:11
7 Referans Kwoze  

Yo na jaalatani, seera kiyya inguutani.


Worra Israeli eegad'a, aka waan ch'ufa ka AABBO Waaqi keesani isaniini jed'e kana tolchitani. Aada isaa tokole indidina


Jennaani Musani waan biyyaani jed'e, seerafi waan anini isaani barsiise ch'ufa jabeesa guuta, aka lafa AABBO Waaqi, ababoota teesaniini, isanii kennu fud'attani.


ammo nama isaa jibbu maruma tokotu balleesa.


Yo isani dubbi tana ch'aqaftani garaa tokooni gula deemtani, AABBO Waaqi keesani wold'aqisa isani wold'at'ani kana guute jaalala ufii isani garsiisa, akuma inni ababoota teesaniti kakhate.


Anini akuma AABBO Waaqi kiyya naani jed'e ya seera ch'ufa isani barsiise. Lafa amma isani diquma fud'attani iti inqubatini suni keesaleti, seera kana jabeesa guuta.


Eegad'a, aka AABBO Waaqa keesani indeene; seerafi aada isaa ta anini ara isanii kenne tana guutu illakisina.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite