Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 7:10 - KITAABA WAAQA

10 ammo nama isaa jibbu maruma tokotu balleesa.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 7:10
18 Referans Kwoze  

Inni nyaapa isaatiifi worra lafa fago taule waan worri tolche gula gaargalcha.


Haalo imbaafatiina, jaalaani tiyya, ammo ha dalansuuni Waaqaa haalo isani baaftuuti. Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu, Anati haalo baasa, Aabbooni akana jed'e jetti.


AABBO Waaqi nama isaani morku inoobsu; inni nama isaani morku gaargalche, nyaapa ufii dallansuuni eegata.


Nami d'uga gula deemu lafa tana irati waan maleefi argata, ch'ubbichafi dabdichileeni akasuma hagasi irale gaargala isaa male argata.


Inni haalo baafate worra gaargalcha; guyyaani worri baddu ya d'iaate; guyyaani worri d'umatu ya ala hobae.


Woraani kara keesati nama balleese, gaargali taka inargini worra keesati nama qabata; kaimi ka d'iiratifi ka uwaleeni raawate, daimafi jaaroleleeni hafto d'abdi.


Beekha, AABBO Waaqa keesani ch'allati Waaqa, ka dubbi ufi guutu. Inni wold'aqisa ufi guute, jaalala ufile d'aloota kunki ka nama isaa jaalate seera isaa guutu agarsiisa;


Waan boch'ani mid'aasani kana tokole dura gajette inkad'atiini; wonti akanatiifi anini, AABBO Waaqi kanke, waan d'ibi na biraani kad'atani inoobsu. Anini ammalle nama jibbuufi d'aloota worraa ka sadeesotiifi ka afreesole gaargala itiini d'ufa.


ka woraana kiyya qare, d'ugaani tissu. Anini nyaapa haalo baafad'e, nama na jibbule balleesa.


Anini kakhu tiyya ta d'aloota kunki kunki jabeese ch'ubbufi hameenna worraa araaramafi; ammo anini d'aloota sadeesotiifi ka afreeso ka abbootini worraa daba tolchite ingaargalcha.


Hojja Sanduqi Wold'aqisa godaana kae ch'ufa, Musani waan jed'u, AABBO Waaqa, kai: Nyaapa kanke gargari baasi, nama si jibbule ufi duraa gussi!


Anini AABBO Waaqa, hureti indallanu, jaalalti tiyyaleeni haga inqabdu, anini dabafi ch'ubbu ch'ufa namaa araarama. Ammo ha taatuti, anini maro dabafi ch'ubbu worra isaanitifi ijoolle worra gaargalchu illakisu, haga d'aloota sadeesotifi ka afreesole.


Waan boch'ani mid'aasani kana tokole dura gajette inkad'atiini: wonti akanatiifi Anini, AABBO Waaqi kanke, waan d'ibi na biraani kad'attani inoobsu. Anini ammalle nama na jibbufi d'aloota worra ka sadeesotifi ka afreesole gaargala itiini d'ufa.


Duuba tanaafi waan isani barsiisani kana guuta, gula yaa: aadaafi seera anini arra, isanii kenne kana jabeesa guuta.


Atini nama kunki kunki jaalala garsiifte, ammo maro ch'ubbu abbooti isiitiifi ijoolle gaargalchita. Atini Waaqa guddaa, ka guddo jabeenna qabu: Waaqi guddayaani si.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite