Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 6:8 - KITAABA WAAQA

8 Aka beesisa harkaafi addaleti hid'ad'a.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 6:8
10 Referans Kwoze  

Dubbi worraa guyya ch'ufa qalbeefad'i, garaa keesa keeyad'i.


Duuba jaalalaafi d'uga illakisini mormati marad'i, qalbile keesa keeyad'i.


Tanaafi dubbi tiyya tana garaafi onne teesani keesa keeyad'a aka beesisa harkaafi addaleti hid'ad'a.


Barsiisa tiyya jabeesi qaabad'i. Guyya ch'ufa qalbi keesa keeyad'i.


Amma wonti kunini ha akheekha isanii taate, aka harkaafi adda teesani iraa mullatu, ammalle ha qaabacha jiddu teesani jirtu taatu, aka dubbini AABBO Waaqa garaa keesani keesaa imbaane; wonti akanatiifi AABBO Waaqi harka isaa jabaani lafa Misiri keesaa isani baase.


Wonti kunini ha akheekha isanii taate, aka beesisa harkaafi adda teesani iraa mullatu; wonti akanatiifi AABBO Waaqi lafa Misiri keesaa harka isaa jabaani nu baase.


Maro waan kanatifi nu dubbi d'ageenne tana jabeesu male, aka iraa ingorre.


Waan ch'ufa aka nami worra argu tolchani. Qud'aami worri addafi harkati hid'atu waan gugurda, handaari woya worraleeni waan d'ed'eera.


Guyyaani kunini guyya qaabacha isanii taha, ammalle guyya jila, ka AABBO Waaqa jettani qaabattani; d'aloota keesani ch'ufa keesa guyya kana qaabattani, haga jiru jireennale aada tana tolfattani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite