Qaabacha Seera 6:11 - KITAABA WAAQA11 Maneeni dira suni waan dadansa isani keesa inaqiiniini guutamte, ammalle arti, eellani isaani inqotiinifi mukha zabibutifi ka ejersa ka isaani inoobriniti jira. Hojja AABBO Waaqi lafa taanatiini isaani d'ufe waan feetani ch'ufa nyaattani quuftani, Gade chapit la |
Sagaleeni tunini ta worra gosa Lawiti wonti akanatiifi worri qooda lafa inqabu: ammalle sagaleeni suni ta keessumatifi ta hiyyeeyitifi ta nad'eeni d'iirsi ira due ta dira keesaani keesa teetuti. Worri ha d'ufe nyaate quufuti. Waan kana tolcha, duuba AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.