7 Na male waan d'ibi inkad'atiini.
Na male, waaqoota d'ibi inkad'atiini.
Jennaani Yesoni waan jed'eeni, na biraa deemi, Sheet'ana t'aafiini waan jettu Aabbo Waaqa kanke ch'alla guddisi isuma ch'alla hojad'u!
Ijoolle tiyya, waaqoota d'ara lagad'a!
aka nami ch'ufti Ilma guddisu akuma Abba guddisani. Nami Ilma inguddimne Abba isa erge eesaa fuud'e guddisa?
Isani Waaqa d'ibi ka gochiti d'ibiini kad'atu, diqole kad'achu himmalle.
Waaqoota d'ibi, worra d'aatu teesani jiru, gula iyyaaiina.
Eegad'a, sobamtani, AABBO Waaqa keesani ira gortani, waaqa d'ibi inkad'atiina.
Anini AABBO Waaqa keesani, ka lafa Misiri keesaa isani baase. Afaani keesani na dura qabad'a, anini isani quubsa.