Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 5:1 - KITAABA WAAQA

1 Musani gosa Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, gosa Israeli, Seera anini arra isani kennu ch'ufa d'agaya, barad'a, aka dansaa jabeesa, guuta.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 5:1
17 Referans Kwoze  

Jennaani Musani waan biyyaani jed'e, seerafi waan anini isaani barsiise ch'ufa jabeesa guuta, aka lafa AABBO Waaqi, ababoota teesaniini, isanii kennu fud'attani.


Tanaafi waan worri tolcha jed'u ch'ufa tolchu maltani, ammo waan worri tolchu intolchiina, waan worri waan nama barsiisu ufii inguunneefi.


Isaniini ch'ufti arra AABBO Waaqa keesani dura ejitani — worra gugurda mata gosatifi jaarole, d'iira,


Musani worra Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, Isani ila teesaniini waan AABBO Waaqi hayyu Misiritiifi hojattu isaatiifi lafa isaa ch'ufu tolche ya agartani.


Tunini dubbi Musani worra Israeli ch'ufa gaafa worri lafa aloo, ta galaana Yordanitini ilaboru jiru jed'eeni. Worri gaafasi bale Yordani keesa d'aatu sufu, ta dira Paranitifi, Tofelitifi, Labanitifi, Hazerothitifi, Dizahabu jiddu jirtu jira.


Atini aada Waaqatifi seera Waaqaa barsiisi, ammalle aka gula deemani barsiisi.


Ammalle lafti galaana Yordanitini ilaboru haga bitaa galaana sooda, ammalle ilaboru gula, haga hunda gaara Pisga ch'ufti, lafa sunini takaa.


Gaara Sinai irati AABBO Waaqi kenna wold'aqisa,


Kara kanaani worrileeni Waaqa d'ugeefate, waan inni tolche ch'ufa qaabate, seera isaa guuta.


waan jed'e, Yo isani AABBO Waaqa keesani d'ageetani waan inni fed'u guutani waan d'uga tolchitani seera isaa jabeesitani, anini d'ukuba worra Misiritiini d'ufe suni tokoleeni isani ingaargalchu. Wonti akanatiifi anini AABBO Waaqa, ka isani fayyisu.


Anini akuma AABBO Waaqi kiyya naani jed'e ya seera ch'ufa isani barsiise. Lafa amma isani diquma fud'attani iti inqubatini suni keesaleti, seera kana jabeesa guuta.


Aadaafi seerafi dubbi inni isani barsiisele jabeesa guuta.


AABBO Waaqa keesani jaalad'a, guyya ch'ufa dubbifi gorsaafi aadaafi seera isaa guuta.


Tunini aadaafi seera, ta isani haga lafa AABBO Waaqi ababoota teesaniini isanii kennu keesa teetani, guutu maltani. Seera kana ch'aqasa!


Inni ha kitaaba suni ufi bira kaye haga jiru ch'ufa soomuti, aka akasiini inni aka AABBO Waaqa sodaatu barate, waan keesati t'aafani ch'ufa garaa tokooni guutu.


Ammo yo isani AABBO Waaqa keesani saalfachu diddani, seerafi aada isaa, ta anini arra isanii kennule jabeesitani guutuu diddani, abaarsi kunini ch'ufti isani d'aqabe isani qabata.


Dubbini kitaaba Seera tunini afaani si imbuini. Halkani guyya soomi, qalbi keesa keeyad'i, waan keesati t'aafani ch'ufa guuti, jabeesi, akanaani karaani kanke qajeele, wonti atini tolchitu ch'uftu sii guutamti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite