Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 4:6 - KITAABA WAAQA

6 Garaa tokooni jabeesa guuta, gula deema, aka akanaani gochiti d'ibileeni aka isani qaroo beetu. Hojja seera kana ch'ufa d'ageetani, gochiti tunini, akami qaroomafi hubacha akana tana qabdi? jette wolgaafati.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 4:6
27 Referans Kwoze  

Waaqi waan namaani jed'e, sodaani Waaqaa qarooma, ch'ubbu lakisitini hubacha.


Nami qalbi horachuu fed'u qaraa fiit'e AABBO Waaqa sodaachuu male. Nami gorsa isaa gula deemu ch'ufti qalbi dansa argata. Haga jiru jireenna ha isaa faarsani.


ammalle haga ijoolluma teetiti ya T'aafi Qulqullo, ta dandeete hubacha baafama, maro d'ugefacha Kristo Yesotiifi sii kennitu baratte.


Hayyooti lafa ch'ufa aka inni qalbi qabu d'ageete, nama iti ergite aka worri suni dubbi isaa ch'aqasu.


Nami qalbi qabu ka wo hubatu jiddu teesani jira? inni ha jireenna dansaafi, huji dansaafi, ufi diqeesitifi, qaroomafi qalbi, aka qabu agarsiisuti.


Jara keesani qarootale yayu ch'eersani; worri ya waan tahu wollaale t'urura keesa seene. Worri ya dubbi tiyya dide; qaroomi worri qabu maani?


Nami qalbi horachu fed'u, qaraa fiit'e AABBO Waaqa sodaachu male. Daalleeni qarooma tufate woi barachu diddi.


Seeri AABBO Waaqaa qit'e, irre namati tolcha. Dubbini AABBO Waaqaa yo d'ugeefatani nama woi imbeennele inqaaroomsiti.


Duuba gochiti ch'ufti, Worra eebaa jette isani yaamti, waan lafti teesani lafa dansa finna qabdu taatuufi.


Waan tateefu ka hayyuuni gaafatu ch'ufa, waan qaroomatiifi yokhaani ka hubachale taanaani, jari afrani kunini nama wo himufi falfaltu lafa inni mohatu keesa jirtu ch'ufa maro kud'ani ira wo beekha.


Nami woi beekhu waan tahu beekha, tanaafi qarooma qaba, daalle daallumuma isaati isa soba.


Belteshaza, gudda worra wohimu, anini imbeekha, aka lubbuuni waaqoota qulqullo si keesa jirtu, ammalle aka atini waan d'ossani ch'ufa beetu. Oobjuuni tiyya tana: Waan isiini d'ooftu naati himi.


Tanaafi dubbi wold'aqisa tana jabeesa guuta, aka wonti isani tolchitani ch'ufti isanii toltu.


waan jed'e, Dubbi anini isani arra barsiisu tana jabeesa, garaati qabad'a, ilmaani teesanile ch'ufa barsiisa, aka isiini dubbi seera kana ch'ufa jabeesite guutu.


Dubbini tunini dubbi tabaatiiniti, waan jireenna keesaniti. Yo jabeesitani guuttani, lafa galaana Yordanitini gama ta isaani amma iti qubachu geetani tana keesati, guyyaani keesani d'eerata.


AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Yerusalemu ta anini jiddu lafa ch'ufa kae, lafti d'ibiini marsite laali.


Anini barsiisa heddu muumme inqamne worraa t'aafe barsiisa, ammo worri imfud'atu.


Aadaani AABBO Waaqa qajeeltu, ka gula deemuleeni ingammada. Jechi AABBO Waaqa ka d'ugaati, qalbi namale woi hubachiisa.


Inni nama woma imbeenne woi barsiise, kaimale beekhaafi qalbi dansa kennafi.


Mammaasi kunini nama wobeekhule beekha dare, nama wobaratele qajeelcha,


D'ugaafi qajeelumti gosale inguddifti, ammo ch'ubbuuni gosale gurra balleesiti.


AABBOONI Waaqa guddo nama baasu fed'u, tanaafi inni seerafi barsiisa isaa guddise, aka gumiini isaa beetu fed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite