Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 4:44 - KITAABA WAAQA

44 Musani Seera Waaqatifi barsiisa isaa gumi Israeliti kenne.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 4:44
14 Referans Kwoze  

Waaqi Seera ufii Musani namaa kenne, ammo eebafi d'ugaani kara Yeso Kristotiini d'ufte.


Isani waan hojattuuni tiyya Musani duri isani barsiise, aadaafi seera anini worra Israeliti jed'e gaara Sinai irati isaa kenne, qaabad'a.


Seera Musani nu worra Yakobooti keenne, aka seeri sunini keenna tahu, ch'aqamne guunna.


Waaqi nama dubbi seera tana ch'ufa jabeese inguunne ha abaaruti. Duuba gumiini ch'ufti ha Amini! jettu.


D'akhaye lumut'ani suni irati aka dansaa dubbi seera AABBO Waaqa ch'ufa t'aafa.


duuba dubbi seera kana ch'ufa irati t'aafa. Hojja isani lafa AABBO Waaqi keesani ababoota teesani kakhate ta aananifi dammi aka lola yau seentani,


Gaafi Musani dubbi seera Waaqatifi barsiisa isaa biyyati hime gaafa biyyiti Yordanini ilaboru, lafa Moabu keesa, jirtu. Inni waan jed'e,


Kunini seera AABBO Waaqi gaara Sinai irati Musani worra Israeliti kenne.


Tunini seerafi aada AABBO Waaqi worra Israeliti afaani Musatiini kenneefi, diida Moabu, ka yo arti ejani Yerikoni galaana Yordani gamaa nama dura mullatu keesati.


Gosa Reubeni, dira Bizeri ka gooro lafa aloo gubba jiru, kennaniifi; gosa Gadi, dira Ramothi, ka lafa Gileadi keesa jiru, kennaniifi gosa Manasele, dira Golani, ka lafa Bashani keesa jiru, kennaniifi.


Gaafi inni seera kana kenneefi sunileeni eegi worri lafa Misiri keesaa bahe, bale galaana Yordanitini ilaboru jirtu, ta dira Beth-Peoritini gama jiru. Fullaani suni lafa hayyu Sioni, jed'ani ka gosa Amori ka dira Heshboni ke jirti. Hayyuuni suni ka duri Musafi gumiini Israeli, gaafa lafa Misiriti d'ufte dabsate.


Worri Israeli yayu qara lafa Yordanini ilaboru, ta haga bale Arnoniti ejite bale Yordanitifi haga gaara Hermoni gara mirgati ejitu dabsate fud'ate keesa qubate. Worri hayyoota lama dabsate,


Isani hojja ch'ufa aadaafi seera anini isanii kenne guutu maltani. Isani waaqa d'ibi kad'achu himmalle,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite