Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 4:18 - KITAABA WAAQA

18 waan garaani lafa ira loatifi qurt'umi, mid'aafatani ch'ubbu intolchine.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 4:18
4 Referans Kwoze  

Akanaani Waaqi bineensa gugurdafi didiqa ka bisaani keesa galu, simpirre gosa ch'ufale woliini uume. Waaqi wonti kunini dansa arge.


yokhaani bineensafi, simpirre,


Ufi eegad'a aka ilaalacha keesa seentani waan gubbati gartani adu jia, yokhaani Urjiifa guddiftani kad'atani inhojanneefi. AABBO Waaqi keesani yayu waan kana biyya taani d'ibii kenne, aka worri kad'atu.


Duuba anini olseene, fulla inni na gaarsiise taani ilaale, jennaani akheekha bofatifi ka bineensa qulqullo intahinitifi waan d'ibi worri Israeli kad'atule, ka irati barreesani, arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite