Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 4:11 - KITAABA WAAQA

11 Ilmaani teesani iti hima, aka isani duri d'at'ani hunda gaara aarii dumansa d'osse bobai ibida waaqati eje jala ejaanjitani.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 4:11
10 Referans Kwoze  

Ammalle gaafa isani qonqo dukana keesa d'ageetani, ka gaara suni ibidi ira bobau, isani nami gugurdaani mata gosa teesani d'uftani nati d'iaattani


Ammalle AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Anini baldo dumansaa keesa siti d'ufa, aka biyyiti aka anini siini dubbad'u d'ageete haga jiru jireennale si d'ugeefattu. Musani dubbi worra suni AABBO Waaqaati hime


Ammalle aka AABBO Waaqi ibida keesa isaaniini dubbate, ammo ka isani, dubbi isaa male waan isa fakaata tokole inarginile ch'ufa iti hima.


Inni dukana uyifate dumansa bokayaatini ufi mare.


Dumansaafi dukanti isa marsiti; inni d'ugaafi qajeelumani lafa fida.


Inni gubba gargari tarsaase, dumansa guraacha miila ufi jala kaye gadi bue.


Eegi lafti chochote ibidi d'ufe — ammo AABBO Waaqi ibida sunile keesa injiru, duuba eegi ibida suni, qoonqooni toko laato d'ufte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite