Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 33:3 - KITAABA WAAQA

3 AABBO Waaqi gumi ufii jaalate, nama ufii qorqorata. Tanaafi nu isaa jala teenne seera isa baranna.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 33:3
31 Referans Kwoze  

Isiini oboleeti qabdi ta Mariamu jed'ani; Mariamuni miila Yeso jala teete dubbi isaa ch'aqafte.


AABBO Waaqi waan gumi isaatiini jed'u, Anini ya isani jaalad'e. Ammo isani waan naani jettani, Atini jaalala maani nuu baate? Esauuni oboleesa Yakobotiniti? Ammo yo akasile taate, anini Yakobo jaalad'e


Isiini teesani, worra maro d'ugefachatiifi jabeenni Waaqa qorqoratu, ato isani baafama amma kurfeesani guyya muumme mullisani eegattanu.


Anini Yahudi, dira Tarso keesati d'alad'e, ka Kilikia keesa jiru, ammo anini dira kana keesa Gamalieli jalati guddad'e. Aada Seera ababoota teenna ch'ufa akuma d'ugaa na barsiisani kara Waaqaa owise iti jabaad'e, akuma isani guyya kana tolchuuti jirtani kana.


Jennaani beenni waan tahe argu d'aqe, Yesoti d'ufe, nama kaani ka jinniini keesaa baate qalbiini iti deebite woya uyifate fulla miila Yeso tau argani. Duuba guddo sodaatani.


Eegi guyya sadi Mana Waaqa keesati argani, ato inni jiddu qaalole tae ufile ch'aqase worrale wo gaafatu.


AABBO Waaqi waan jed'u, Gaafa Israeliini ijoolle, anini isa jaalad'e lafa Misiri keesaa akuma ilma kiyya yaame.


Anini wold'aqisa jiru jireenna worra woliini tolfad'a. Waan dansa worraa tolchu illakisu, ammalle ufi sodaachisa, aka worri garaa tokooni na gula yae haga jiru naraa ingorre.


anini fago worrati mullad'e waan jed'e, Worra Israeli, anini haguma duriti isani jaalad'e, tanaafi hojja ch'ufa jaalala tiyya ta muumme inqamne isani agarsiisa.


Ilma kiyya, waan anini si barsiisu barad'i, waan anini siti himu qalbeefad'i.


Ammalle waan inni jed'u, gumi tiyya, ta na d'ugeefatu, wolti na baasa, worra sorio na baase wold'aqisa na woliini tolfate.


Inni lafa nu keesa teennu nuu fohate, fulla dansa gochiti isaa ta Yakobo ta inni jaalatu koortuuni.


Anini hojja ch'ufa harka kanke keesa jira; nyaapa kiyya, ka na balleesu, duraa na baasi.


Inni nama isaa qulqullo qorqorate ammo nama ch'ubbu qabu dukana keesa balleesa; nami irre ufitini woma indabsatu.


Isani worra qulqullo ka AABBO Waaqa keesani; inni ya gosa ch'ufa ta lafa gubba jirtu keesaa isani fohate, gumi ufii isani tolfate.


Wonti nu jaalannuufi, Waaqati qara nu jaalate.


Nuufi Aabbo ufi fakeesitani; ammo ato guddo gaargaltanile, gammada Lubbu Qulqullo iraa argataniini dubbi aka dansa fud'atani.


Jara Seera beekhufi Farisayooni waan Seera Musa himti.


Waan ababoota teesani jaalateefi inni isani fohate jabeenna isa guddaani lafa Misiri keesaa isani baase.


Tunini aadaafi seera AABBO Waaqi keesani worra kana barsiisi, gorsi naani jed'e. Lafa isani amma tana fud'atani iti qubachuu geettani tana keesati jabeesa guuta.


Anini waan kana ch'ufa guddo herege jennaani aka wonti nami qaroofi qajeelani tolchufi jaalalaafi jibbi worraleeni Waaqa iraa d'uftu arge. Nami tokoleeni ka waan iti deemu beekhu injiru.


Beeni, Yerusalemu d'aqi, waan nama isii ch'ufaani jettu, AABBO Waaqi waan jed'u, Anini imbeekha, aka atini gaafa kaima na d'ugeefatte, gaafa anini si fuud'e na jaalatte. Atini lafa gamooji keesa na gula deemte, lafa nami takaa infach'aasini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite