Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 32:8 - KITAABA WAAQA

8 Gaafa ka waan ch'ufa ira jiru lafa gosaa qoode, gaafa inni ilmaani namaa gargari baase, inni gosa ch'ufa lafa kenneefi, gumi Waaqa gula.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 32:8
23 Referans Kwoze  

Inni nama toko iraa gosa lafa ch'ufa keesa teetu uume, lafa ch'ufa keesa qubsise. Isumati qara bara gochiti suni teetufi seera lafale tolche.


Tunini dubbi malaikaani qulqullooni kurfo d'ufte taani ch'ufti dubbate buufate. Tanaafi nami lafa keesa jiru ch'ufti ha beekhu, aka Waaqi guddaani nama nama fidu ch'ufa fide abba fed'u finna suni kennu — nama woma keesa injirrele ch'ufa.


Gubbaani ta AABBO Waaqa ch'alla, ammo inni lafa yayu namaa kenne.


ammo ee AABBO haga jiru jireenna si guddisani.


Nami AABBO Waaqati baqate, qarqaarsa isa iraa fed'atu,


Eberileeni ijoolle lama ta d'iira d'ale: ka qara maqa Pelegi baasanifi, wonti akanatiifi ato inni jiru lafti gargari qoodamte; ka lameeso maqaani Yoktani.


Kanaaniini ilma isaa ka angafa ka Sidoni jed'anifi Hethi d'ale,


Tatule Waaqi guddaani mana harkaani mid'aasani keesa intau; aka raagi toko jed'u,


Waaqi guddaani abba kanke Nebukadreza hayyu gudda tolche guddinnaafi ulfinna kenneefi.


Anini fiit'e dumansa kore Waaqa gudda fakaad'a jetta.


Anini waan jed'e, Isani ch'ufti waaqa, ilmaani Waaqa guddaa.


Sorioni isani Waaqaa baaftani ha galata isani isaa deebiftani ch'alla taatuti; waan imbaamnaafi jettani ch'ufa Waaqa gudda baasa.


Anini AABBO Waaqa, maro inni d'uga tolchufi galata deebise, AABBO Waaqa ka waan ch'ufa ira jiru, faarsa!


ka waan Waaqi jed'u d'agaye. Beekhuma Waaqa gudda iraa bahe argate. Anini millu tokooni daayya Waaqa gudda iraa d'ufte arge.


Fiit'e gaara gubba anini worra arge; kubilele iraa worra doofad'e. Worri gosa koba godaantu, ta herega gosa d'ibi keesa injirre.


Tanaafi ilmaani Yakobo nagayaani teeti, lafa mid'aanifi daad'iini miju keesa, ta fit'eesi gubba lafa jiisu.


Atini lafa ch'ufa gargari qoode, seera jiddu keete, bonaafi roobale mid'aasite.


Duuba gaafa guyyaani lafa worra AABBO Waaqati deebisani gahe, isani nami tokoleeni qooda keesa inargatu.


Tana ira worri afaani baariini tau hore. Tunini ilmaani Yafethi, ta isiini ch'ufti gosafi lafafi afaani ufile kobaa qabdu.


Waan jed'eeni, Anini lafa Kanaani sii kenne, isiini hand'ura ke taati.


Lafti worraa nyaapa inqabdu, yokhaani nami, worra Waaqa iraa gorsu, injiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite