Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 30:10 - KITAABA WAAQA

10 ammo isani isaa saalfattani seera isaa, ka kitaaba kana keesati t'aafani, ch'ufa guutu maltani. Ammalle garaa keesani ch'ufaani isati deebiu maltani.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 30:10
17 Referans Kwoze  

Achiti isani AABBO Waaqa keesani barbaaddani duuba yo isani garaa tokooni barbaaddani, inuma gartani.


Qabanqaba qabachafi qubacha d'abi woma keesa injiru, ammo seera Waaqa guutu malani.


Ammo yo eege isani nati deebitani seera kiyya guutani, anini wolti isani deebise fulla anini fohad'e iti na kad'atanitini isani d'ufa, ato haga muumme lafa isani firfirsanile.


isanileeni isaa saalfattani, seera isaa, ka anini arra isanii kennu kana, guuttani.


Yo isanifi ilmaani teesani AABBO Waaqati deebitani garaa keesani ch'ufaani seera isaa, ka anini arra isanii kennu guutani,


Qara worra Damaski barsiise, ammalle worra Yerusalemu barsiise, duuba eege nama lafa Yudea ch'ufaafi ka gosa d'ibile ch'ufa barsiise aka worri daba lakise Waaqati deebie huji daba iraa deebiti garsiisu.


Tanaafi daba iraa deebia, Waaqaati fuula deefad'a, aka inni daba isani iraa d'iqu,


Ammalle hojja ch'ubbichi ch'ubbu ufi lakise waan d'ugaa ka qajeela tolchu, inni lubbu ufi baasa.


Yo anini nama ch'ubbichani, Atini indoota jed'e, ammo inni ch'ubbu suni iraa deebie waan d'ugaa ka qajeela tolche —


Duuba waan jettuuni, AABBO Waaqi guddaani waan jed'u, Anini inkakhad'a, aka hojja ch'ubbichi duu ingammanne. Anini sila fulla suni aka inni ch'ubbu lakise jiraatu fed'a. Worra Israeli, ch'ubbu teesani iraa deebia. Isani maafi duu feetani?


Yo ch'ubbichi ch'ubbu iraa deebie, seera kiyya guute, waan d'ugaatifi ka qajeela tolche, inni induu, injiraata.


AABBO Waaqi, worra Israeli ch'ufa keesaa, koba isa baase, akheekha isa tolcha; ammalle gaargalafi abaarsa ch'ufa ka kitaaba seera Waaqa keesati t'aafani, itiini d'ufa.


Seeri anini arra isanii kennu kunini jabaate isani ind'ibu, yokhaani isani ira infagaatu.


AABBO Waaqa keesani garaafi onne teesani ch'ufaani aka jaba jaalad'a.


Nami lafa fagooti d'ufe ijaarsa Mana Waaqaa qarqaara. Eegi jaarani, aka AABBO Waaqi Guddaani na erge beetani. Yo isani seera AABBO Waaqa keesani aka dansaa guuttani, wonti kuni ch'ufti intaati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite