Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 28:3 - KITAABA WAAQA

3 AABBO Waaqi dirafi oobru teesani eebisa.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 28:3
15 Referans Kwoze  

Haga guyya suniti asi AABBO Waaqi Yusufu jed'e worra namicha Misiri sunifi waan inni manafi oobru keesa qabu ch'ufa eebiseefi.


Mid'aani kod'o keesa injirani? Zabibufi odafi okhokufi ejersi woma ya baase? Arraa achi anini isani eebisa.


Isaaqooni mid'aani lafa suni keesati fach'aafate, maro d'ibba toko haga duri fach'aase kaani ira murate ganna suni keesa; wonti akanatiifi AABBO Waaqati akasi isaa eebise.


AABBO Waaqi ha isani eebise isani qorqoratu.


AABBO Waaqi isani eebise, nama taanaani mid'aani oobru taanaani, loonifi ree taanaani isanii horsiisa.


AABBO Waaqi dirafi oobru teesani abaara.


Hayyuuni kitaaba soomufiti jirani d'agaye jennaani woya ufira qabu tatarsaase,


AABBO Waaqa faarsa! Ayyaana isaati ka AABBO Waaqa sodaatu, ka hojja seera isaa guutu gammadu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite