2 Guyya galaana Yordani taakitani lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu seentani, d'akhaye gugurdo old'ad'aaba, d'ooba, lumut'a,
Anini garaa haareesafi qalbi hareeti isanii kenna. Anini garaa keesani jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laana ka Waaqaa saalfatu isanii kenna.
Anini garaa haareesafi qalbi hareeti worraa kenna. Anini garaa worraa jajaba aka d'akha suni jijire, garaa laafa ka Waaqaa saalfatu kennafi.
akuma hojattuuni AABBO Waaqa Musani worra Israelitini jed'e, aka kitaaba Seera Musa keesati t'aafani: fulla suni d'akha sibiilani imboch'iniini mid'aasani, irati hori gubani. Sorio AABBO Waaqa baasanifi, sorio d'ibi ta wold'ageetile irati baasani.
Eegi gochiti ch'ufti galaana Yordani taakite, AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e,
Olla keesa yaa, biyyaani, woreega tolfad'a jed'aani; wonti akanatiifi eegi guyya sadi galaana Yordani taakitani lafa AABBO Waaqi isanii kennu fud'attani.
duuba dubbi seera kana ch'ufa irati t'aafa. Hojja isani lafa AABBO Waaqi keesani ababoota teesani kakhate ta aananifi dammi aka lola yau seentani,
Eegi lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu fud'attani iti qubattani,
Isani amma yayu galaana Yordani taaku geetani, aka lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu fud'attani iti qubattani. Hojja fud'attani iti qubattani,
Worra Israeli d'agaya! Isani arra galaana Yordani taakitani lafa gosa isani ira guddotifi isani ira jajabdu fud'achu d'at'ani. Diri worraa gudda, old'eeresani, d'akhaani marsani jaarani.
Tunini aadaafi seera AABBO Waaqi keesani worra kana barsiisi, gorsi naani jed'e. Lafa isani amma tana fud'atani iti qubachuu geettani tana keesati jabeesa guuta.
Jennaani Musafi jaaroleeni Israeli waan biyyaani jette, Dubbi nu arra isaniti himnu tana ch'ufa ch'aqasa.
ammalle ka isani galaana Yordani taakitani gama jirtani, d'akhaye taani gaara Ebali ira old'ad'aaba, akuma anini arra isaniini jed'e gula, ammalle d'ooba, lumut'a.
Jennaani Yoshuani fulla sorio AABBO Waaqa Israeliti qalani gaara Ebali irati mid'aase,
Arti ka worri Israeli ch'ufti argu, Yoshuani Seera Musani t'aafe kaani iraa d'akha d'ibiti deebise.
Yokhaani ato inni dubbi tiyya, aka isiini, haga jiru jireenna teetu, d'akha irati sibiilani qore akami jaalad'a!