Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 26:12 - KITAABA WAAQA

12 Ganna sadeeso ch'ufa, mid'aani argattani ch'ufa kud'ani keesa toko worra gosa Lawi fa, worra gosa teesani intahinifa, ilmaani hiyyeeyifa, nad'eeni hiyyeeyifa keenna, aka fulla nami jiru ch'ufati nyaatani quufani. Eegi waan kana tolchitani,

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 26:12
11 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi anini qooda worri Israeli na baasu yayu d'aala worraa tolche. Tanaafi anini, worri kunini Israeli keesa d'aala inqabu jed'e.


Waan lafti baaftu, mid'aani oobrutifi, ka mukhale taanaani, kud'ani keesa toko ka AABBO Waaqaati.


Nami nama d'ibi tufatu nama dabaati, ammo nami hiyyeesa nahu nama eebaati.


Qaaloleeni d'aloota Lawi Seeri gula qooda kud'anneeso ijoolle Israeli iraa guurachu indandeetii worri gosuma ufi ira fud'ata ato worri d'aloota Abrahamu tahele.


Jila suni keesa isanifi ilmaani teesani, hojattu teesani, worra gosa Lawiti, keessuma teesani, hiyyeeyefi nad'eeni hiyyeeyi ta dira keesani suni keesa jirtu woliini gammada.


Tanaafi gaafa Abrahamuuni qooda kud'anneeso baase, Lawileeni, ka d'alooti isaa nama iraa guuru, ufile imbaase.


Hojja mid'aani murani kintaala shani ka isani argattani ch'ufa keesa, toko Farao kenna. Ka hafe gama toko sanyi tolfad'a, kaani isanifi ilmaani teesani nyaad'a.


Duuba Yusufuuni seera lafa Misiriti baase waan jed'e, Kintaala shani ch'ufa keesa toko ha ka hayyu tahu. Seeri kunini haga arrale inuma jira. Oobru qaalole qofati ta hayyuu intahiini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite