Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 24:13 - KITAABA WAAQA

13 galgala ch'ufa akasuma tolcha, aka inni woya sunini rafu duuba inni sii eebise, AABBO Waaqileeni sii eebisa.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 24:13
24 Referans Kwoze  

Tanaafi amma, ee hayyicha gorsa kiyya ch'aqasi, fud'ad'i. Ch'ubbu lakisi, waan dansaa tolchi, hiyyeesale nahi, duuba atini horteeti bulta.


Guddo ira nuu jirti, yo nu waan Waaqi jed'e kana aka dansaa garaa tokooni jabeesine guunne; innileeni nuraa gammada.


Guyya ch'ufa, ato aduuni ind'iine, beese guyya suni inni hojatteefi kennaafi; wonti akanatiifi inni hiyyeesa, beese suni male woma inqabu, guddo heregata. Hojja isani kennuufi baatani, inni maro teesaniifi AABBO Waaqati bohe, isanileeni wollaala argattani.


Aadaani Aabbo Waaqi d'ugaafi qajeeltu jed'u tana: aka ijoolle abbaafi haad'a inqamneefi nad'eeni d'iirsi iraa due qorqoratani, ufile hameenna lafa iraa ufi d'owani.


Yo dalantani, dalansuuni teesani daba keesa isani inseensisiini; dalansuuni aduuni isaniti ind'iini.


Fulla sorio baasani iti kad'atani ch'ufati worri woya qabdo ta hiyyeesa iraa qabateeni rafe Mana Waaqa isaani keesa daad'i nama gati worraa qabu iraa d'uga.


dubbi jenne, yo inni qabdo duri nami isa ira woi liqeefate isati kenne galche, yokhaani waan hatele deebise — yo inni daba lakise aada jireenna namaa kennitu gula deeme, inni induu injiraata.


hiyyeesa dabse saame, qabdo nami iti kennele deebisu dide, ammalle Waaqa d'ara kad'ate, artiti waan ch'eera hamtule tolche,


Inni nama indabsu, yokhaani nama insaamu. Inni qabdo nami hori isa iraa fud'ate iti kenne deebise, beelaa beela baase, ka daara qabu daara baasa.


Duuba yo isani akasi taatani, eebiti tiyya aka adu ganama isanii ifsite mada teesanile yoosu fayyisani. Anini hojja ch'ufa isani woliini tae isani baase gama ch'ufa isani qorqorad'a.


Inni arjomaani hiyyeesa woi kenne, dansumti isaa haga jirtu inhobaatu, inni irre horate, gurra dansa argata.


Abramuuni AABBO Waaqa d'ugeefate, maro d'ugefacha isaatiifi AABBO Waaqi isa maache nama d'ugaati isa herege.


yokhaani nama dabse saamu baate, ammo qabdo nami hori isa ira fud'ate iti kenne deebiseefi, beelaa beela baase, ka daara qabu daara baase.


Yo inni hiyyeesa tahe, woya suni imbulchina halkanuma suni deebisaafi;


Yo isani hiyyeesa kiyya beese liqeesitani, aka nama nama beese liqeesu ufi tolchitani, beese liqeesitani taani male tirfi womatu ira imfed'atiina.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite