Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 23:2 - KITAABA WAAQA

2 Ch'abanafi ilmaani inni d'alu, haga d'aloota kud'anneeso, ha gumi AABBO Waaqa keesaa kutaniiti.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 23:2
8 Referans Kwoze  

Nama gosa lama keesaa baheti dira Ashdodi keesa taa. AABBO Waaqi waan jed'u, Anini kiyyiba worra Filisti kana imballeesa.


Arma fulla qorsumati koota, dabdoole! Isani falfaltufi nama nad'eeni biyya baratufi sharmut'a ira injirtani.


Yo aka ilmaani ch'ufa qajeelchani isani inqajeelchiini isani ilmaani d'ugaatiniti, ammo ilmaani ch'abanaati.


Isani huji Abba keesani tolchitani jed'e. Worri waan jed'eeni, Aberaani nu ind'alchine, Abba toko ch'alla qamna, Waaqa.


Nami kolaasaniifi ka nafa saala muratani ch'ufa ha gumi AABBO Waaqa keesaa kutaniiti.


Nama gosa Amonitifi ka Moabu yokhaani ilmaani worra haga d'aloota kud'anneeso gumi AABBO Waaqa ha seenu d'owaniiti.


Nami gosa d'ibi ka gumi AABBO Waaqati darame, AABBO Waaqi gumi isati na inheregu injed'ini, nami sangisisanileeni, Anini deebie woma ind'alu akuma mukha gogoge jira ufiini injed'ini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite