Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 21:9 - KITAABA WAAQA

9 Duuba akanaani waan isani waan AABBO Waaqi isani iraa fed'u guutanifi, inni d'iiga nama suni isani ira inkayu.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 21:9
5 Referans Kwoze  

hojja isani qonqo isaa d'ageetani, seera anini arra isanii kenne guutani, waan isaa durati qajeeltu tolchitani.


Solomonini waan jed'eeni, Waan inni fed'u tolchi, artumati ijeesi awaali. Aka akanaani anaafi worri keenna nama tokole d'iiga nama woma iyyakini ka Yoabuni fit'e ingaafanne.


Yo isani seera kana guutani, AABBO Waaqi gammade, wonti ch'ufti isanifi ilmaani teesani tolti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite