Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 21:7 - KITAABA WAAQA

7 waan jettu, Harki kenna d'iiga isaa imbumne yokhaani ilti teennaleeni nama d'iiga isaa buusa ingarre.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 21:7
8 Referans Kwoze  

Atini hayyuma Saulo iraa fud'ate jennaani AABBO Waaqi waan atini worra Saulo fit'eefi amma haalo si baafachu jira. AABBO Waaqi ya hayyuma ilma kanke Absalomuti kenne, ammo atini ya badde, bada harka d'iiga.


Yo isani akasi taatani, lafa keesa teetani t'ureesitani. D'iigi lafa t'ureesa, nama harka d'iiga fit'ani male, karaani lafa nami keesati dueni qulqulleesani injiru.


Duuba jaaroleeni diri isaani dira kaani ch'ufa ira fulla reefa suni iti arganiti d'iaatu ha goromsa looni suni irati harka d'iqatte,


Ee AABBO Waaqa, worra kanke ka Israeli ka atini lafa Misiri keesaa baafte, araarami. Nu araarami, d'iiga nama woma intahini, ka due kana, nura inkayini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite