Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 21:21 - KITAABA WAAQA

21 Duuba nami d'iira ka dira suni ch'ufti, ha woltibahe d'akhaani isa d'aane ijeesuti; akanaani hameenni akasi duraa baatani. Nami gosa Israeli ch'ufti, yo waan akana kana d'agaye, insodaata.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 21:21
21 Referans Kwoze  

Ammo raagafi nama waan oobju himu ka akasi suni ijeesa; wonti akanatiifi inni AABBO Waaqa, ka lafa Misiri fulla isani tisse iti taatani keesaa isani baase, iraa gora jed'e isani barsiisa. Nami akasi suni hama, kara AABBO Waaqi keesani keesati bulla isaniini jed'e iraa isani gorsu fed'a. Tanaafi isaa ijeesuu maltani, aka waan hamtu akasi ufi keesaa baaftani.


armaa achi ha kara kanaani ijeesani. Nami Israeli, yokhaani nami gosa d'ibi ka worra keesa godaanuleeni, hojja inni maqa AABBO Waaqa arabsu, gumiini ch'ufti ha d'akhaani isa haate ijeeftu.


worra lachu ha dira keesaa alati baasani, d'akhaani d'aanani ijeesaniti. Wonti intala ijeesaniifi, waan isiini, ato dira keesa jirtu, ka nami d'aatu miju, iyyu diddefi. Ammalle wonti namicha ijeesaniifi, waan inni intala qaraa nami d'ibi fuud'aa kennani buufatefi. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.


duuba worri ha intala ch'icha abbaa durati gabaase, achiti d'iirti dira suni d'akhaani d'aante ijeeftuti. Isiini, ta ato infuud'iini, ka mana abba d'ale keesa jirtu, d'iiraani woliini rafte ya waan taka inargini gosa teenna ta Israeli keesati taate. Akanaani hameenna akasi duraa baatani.


duuba nama waan hamtu suniini d'ufe dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.


Waan atini worra Israelitini jettu: Isanifi worra gosa d'ibi, ka isani keesa godaanule, yo nami toko ilmaani ufi waaqa Moleki jed'ani sorio baase nama suni ha gumiini ch'ufti d'akhaachani d'aanite ijeeftu.


Nama ekhera wogaafatu, d'iira taanaani yokhaani uwa taanaan, ha d'akhaani ijeesani. D'iigi nama waan akana kana tolehu ch'ufti gubbuma isaati.


Namichi Waaqa arabse suni olla keesaa baasi. Duuba nami araba inni Waaqa arabse d'agaye ha harka isaani mata nama suni ira keeyatu, duuba eege gumiini ch'ufti ha d'akhaani isaa haate ijeeftu.


Qaallichi ha gumi qulqulleese aada guutufi, duuba inaraaramaniifi; wonti akanatiifi worri beekha wollaala intolchine, ammalle worri sorio dabaani ufi iraa baasani, aka sorio gubani baasani, AABBO Waaqaa baase.


Jennaani AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Namicha kana ijeesu malani; gumiini ch'ufti ha olla keesaa baafte d'akhaani haate ijeeftuti.


Duuba gumiini ch'ufti isa fuute, olla keesaa baafte, d'akhaani haate ijeefte, akuma AABBO Waaqi Musani jed'e.


Duuba waan jaarole dira sunitini jed'ani, ilma keenna kana mataani isaa jaba, nama ind'agayu, nule insaalfatu. Inni saabdi, ammalle aka hama farso d'uge machaa.


Duuba reefa Absalomuni fuud'ani, boola qile toko ta badda keesa jirtu keesa buusani, d'akha iti tuulani. Worri Israeli ch'uftinu abbu worra ufiti baqate.


Nama abbaafi haad'a arabse ha ijeesani.


Hegeri oboleesafi ilmaafi intalafi niiti atini jaalatufi jaali kanke jabaani si sobe, koota waaqa d'ibi kad'anna (ka isanifi ababooti teesani imbeenne) sini jed'a.


Hojja dira AABBO Waaqi keesani isani kennu keesa teetani,


Worri qara isa hime sunini ha qara d'akhaani d'aanuti. Duuba akanaani hameenna akasi suni ufi keesaa baatfani.


Nama abba ufi goyeese haad'a ufi gaafa isiini jaarte tufatu ha ruumichi fooni isaa nyaate, haranqasileeni ila keesa guuratuti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite