10 Hojja isani nyaapa keesani had'u d'at'ani AABBO Waaqi keesani harka keesaniti worra kenne isani worra qabdani,
AABBO Waaqi akuma ababoota worrati kakhate, lafa suni ch'ufa keesa nagaya kenne. Nyaapi worra tokoleeni taka worra dura inejine; wonti akanatiifi AABBO Waaqati nyaapa worra ch'ufa harka worrati kenne.
ka isani nad'eeni mimid'aadu worra boojitani keesati agartani fuud'u feetani,