Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 21:1 - KITAABA WAAQA

1 Yo lafa AABBO Waaqi isanii kennu keesati reefa namaa ka diiduma keesa ch'iisu, ka nama isa ijeese imbeenne argitani,

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 21:1
10 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi mana isaa ka gubbati d'ufuu jira, aka nama lafa ch'ufa maro ch'ubbu isaanitifi gaargalchu. Lafti d'iiga d'ossaani gubbati jissani imulifti, nama isi irati ijeesanile deebite ind'ossitu.


Worri sunini bineensa kaani, ka harka isati maratu arginaani waan woliini jed'e, Namichi kunini nama ijeesu ind'abu; yo inni nagayaani bisaani keesaa bahele, d'ugaani aka inni jiraatu imfeetu.


Nami nama ijeese booluma ufi qotachu jira; nami tokoleeni iraa ind'owiini.


Waaqi nama gaargala keesa jiru ch'ufa inqaabata; inni boha isaani inded'u, inni nama worra dabsule haalo fuud'a.


Atini d'articha balleesite, nama kiyyiba waan ijeesu ch'alla fed'u jibbita.


AABBO Waaqi waan jed'eeni, Atini maafi waan hamtu akana tana tolchite? D'iigi oboleesa keeti qonqo lafa iraa iyyitu nati fakaata.


Waan kana tolcha, aka nami woma keesa injirre indoone, isanileeni lafa AABBO Waaqi isanii kennu keesati worra suni ijeeftani wollaala inarganne.


Ammo mukha nami mid'aani isa inyaanne, yo feetani mura, aka boota tolfad'a, dira suni had'a, haga dabsattani qabdaniti.


jaaroleefi jaallabooti teesani ha d'ufte, fulla reefa iti argani sunifi haga dira d'aatu suni jira ch'ufa fageenna isaa ha biimituti.


Anini hojja suni waan isaniini jed'e, AABBO Waaqi, waaqi keesani, ya lafa tana isanii kenne, aka isani d'aaltani: Worri keesani ka lola ha miha lolaa fud'ate, oboleyaani teesani ta Israeli dura yauti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite