Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 20:7 - KITAABA WAAQA

7 Nami dubra kad'ate fuud'u gahe isani keesa jira? Yo jiraate, ha worra ufiti deebiuti. Yo ka inni indeebiini isa lola keesati ijeesani, nama d'ibiti intala inni kad'ate suni fuud'a.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 20:7
7 Referans Kwoze  

Hojja nami d'io nad'eeni fuud'e, huji askarti yokhaani huji ala d'ibi, ta worra ira isa fageesitu, intolchini; isa ganna toko huji iti inkennina, ha worra keesa tae niiti isaa woliini gammadani.


Isani dubra kad'attani, ammo nama d'ibiiti isani dura buta. Isani mana jaarratani, ammo keesa inteetani, isani zabibu oobritani ammo mid'aani isii inyaatani.


Askartiini huji hojattu gudda isii gammachiisu feeti, waan d'ibi ka huji askartii intahiini keesa seenu imfeetu.


D'alooti Yeso Kristo akana tahe. Gaafa Yusufuni haad'a isaa Mariamu kad'ate, ato worri d'iirsafi niiti intahiini, isi Lubbu Qulqullooni garaachoofte argani.


Ammalle nami zabibu oobrate mid'aani qara inyaatini isani keesa jira? Yo jiraate, ha worra ufiti deebiuti. Yo ka inni indeebiini isa lola keesati ijeesani nama d'ibiti mid'aani isaa suni nyaata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite