Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 20:5 - KITAABA WAAQA

5 Duuba worri gugurdaani askarti ha askartiti dubbate waan jed'uuni, Nami mana jaarate qara ineebisini isani keesa jira? Yo jiraate, ha worra ufiti deebiuti. Yo ka inni indeebiini isa lola keesati ijeesani, nama d'ibiti mana isaa eebisa.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 20:5
8 Referans Kwoze  

Gaafa naabo dira Yerusalemu eebisani, worra Lawi ch'ufa fulla worri jiru d'ufaniini, aka worri guyya jila suni sirba galatani deebisani bilbilafi kiraari d'ae sirbu.


Ammalle ititu qooda kud'ani tana gudda askartiti geesi. Waan oboleyaani tante keesa jirtu hubad'u ammalle waan aka atini worra garte na garsiisa natiini kooti.


Dira AABBO Waaqi keesani isani kenne ch'ufa keesati, jaallabafi jaarole dubbi qortu tolfad'a. Worri kunini ha d'uga gula dubbi qore muruti.


Duuba anini worra qaro, beekhafi hubacha qabu, ka isani gosa teesani keesa filatani, mataa isani tolche worri hagi toko mataa nama kuma tahe hagiini ka nama shantama tahe, hagi tokoleeni ka nama kud'ani tahe. Ammalle anini nama gugurda d'ibi gosa keesaa fohad'e.


Jennaani worri abbooti duula kaani gara Musa d'aqe


Musani abbooti duula ta nama kunki tokotifi nama d'ibba tokofati mata ta duula galteti dallane,


Ee AABBO Waaqa waan atini gaargala keesaa na baafte, nyaapa na miid'ule nara d'owarteefi anini si faarsa.


Ammalle nami zabibu oobrate mid'aani qara inyaatini isani keesa jira? Yo jiraate, ha worra ufiti deebiuti. Yo ka inni indeebiini isa lola keesati ijeesani nama d'ibiti mid'aani isaa suni nyaata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite