Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 2:6 - KITAABA WAAQA

6 Sagale nyaatanifi bisaani d'uddanile iraa bitad'a.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 2:6
7 Referans Kwoze  

Yo nami waan hamtu isani tolche waan hamtu isa intolchiina. Waan nami ch'ufti dansa sehu ch'alla tolcha.


Akuma aka nami waan dansa isani tolchu feetani, akasuma namale tolcha; tunini dubbi Seeratiifi ta raaga.


Worri Israeli waan jed'eeni, Nu kara kanke gudda iraa ingorru, yo namafi saileeni bisaani keesani d'uge nu gati baamna, wonti nu feenu dabriti ch'alla.


Worri isani sodaata, ammo isani worrani woli had'u himmalle, wonti akanatiifi anini lafa worra fulla tokole isani inkennu. Anini lafa Edomu yayu d'aloota Esauti kenne.


Qaabad'a aka AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebise. Inni yayu godaana isani lafa aloo ballo tana keesa godaantanile isani qorqorate. Inni ya ganna afurtama kana isani woliini tae, isanileeni ya waan feetani ch'ufa argatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite