Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 2:5 - KITAABA WAAQA

5 Worri isani sodaata, ammo isani worrani woli had'u himmalle, wonti akanatiifi anini lafa worra fulla tokole isani inkennu. Anini lafa Edomu yayu d'aloota Esauti kenne.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 2:5
13 Referans Kwoze  

Isaaqolee Yakoboofi Esau kenne. Esau, lafa Edomu ta gaareeni d'aala kenneefi, ammo ababooni keesani Yakobooni, ilmaani isaa woliini lafa Misiri d'aqe.


Esauuni (akasi jechaani Edomu), lafa gaareeni ta Seiri taa.


Inni nama toko iraa gosa lafa ch'ufa keesa teetu uume, lafa ch'ufa keesa qubsise. Isumati qara bara gochiti suni teetufi seera lafale tolche.


Waaqi lafa suni gaafasi ejata tokole isaa inkennine, ammo Anini siifi d'aloota kanke ka hegeri d'ufuu kenna jed'e iti kakhate ato inni ijoolle ind'alfatini.


namaani gargari si baasani bineensani wolti si galchani, duuba ganna torba atini aka karaaba buuyo nyaatta. Duuba aka Waaqi guddaani lafafi namale ch'ufa fide finna isiile ch'ufa nama fed'u kennu hubata.


Namaani gargari si baasani, bineensani wolti sigalchani, ganna torba akuma karaaba buuyo si nyaachisani fit'eesa keesa ala si bulchani. Duuba eegi suni atini ee jetta, aka Waaqi guddaani dandae lafafi nama ch'ufa fide, abba fed'u kennu.


Irreefi jabeenna kiyya guddaani anini lafafi namaafi bineensa lafa keesa jiru ch'ufa uume, lafa suni nama anini jaalad'u kenna.


Gaafa ka waan ch'ufa ira jiru lafa gosaa qoode, gaafa inni ilmaani namaa gargari baase, inni gosa ch'ufa lafa kenneefi, gumi Waaqa gula.


Sagale nyaatanifi bisaani d'uddanile iraa bitad'a.


AABBO Waaqi worra Edomu, ka d'aloota Esaule, ka lafa gaareeni ta Edomu keesa taau, ya akasuma tolcheefi. Inni worra Hori balleese jennaani worri Edomu lafa worraa fud'ate, keesa tae, fulla worri arrale jiru.


Kunini d'aloota Esau, abba gosa Edomu


Namicha, lafa Edomu abaari.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite