Qaabacha Seera 2:34 - KITAABA WAAQA34 Hojuma suni dira ch'ufa qamne balleesine, ammalle nama ch'ufa, d'iira, nad'eeni, ijoollele ch'ufa hobaamne, nama tokole inhambimne. Gade chapit la |
Worri waan Yoshuani jed'e, Aabbo, woni nu akasi taanefi, waan nu d'ageenne AABBO Waaqi keesani d'uguma waan hojattu isaa Musani jed'e, Anini lafa tana ch'ufa isaanii kenna yo iti d'uftanile nama keesa jiru ch'ufa fit'a. Duuba woni nu akasi taanefi, guddo isani sodaanne, waan lubbu teennale d'amnu seene.