Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 2:32 - KITAABA WAAQA

32 Sihonini nama isaa ka lola ch'ufa fud'ate, d'aatu dira Yahesa nu had'u d'ufe.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 2:32
10 Referans Kwoze  

Sioni hayyu Amori, jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu;


Sioni, hayyu Amonitifi, Ogu hayyu Bashanitifi hayyoota Kanaani ch'ufale.


Yo anini waan nagaya dubbad'u, worri woraana fed'a.


Atini lafafi gosa d'aatu worra jirtule harka worrati kennite, keesa qubsiifte.


Jennaani AABBO Waaqi waan naani jed'e, Ilaali, anini yayu hayyu Sioni jed'anifi lafa isale isani durati irre d'owe, lafa isaa fud'ad'a, iti qubad'a.


Ammo AABBO Waaqi keenna isaa harka keenna keesa kaye, nu isaafi ilmaani isaatiifi nama isaa ch'ufa hobaamne.


Duuba eege nu gaara lafa Bashani mirgaa godaanne jennaani, hayyu Oguni nama isaa ka lola fud'ate, fulla dira Edrei nu had'u d'ufe.


Worri Israeli yayu qara lafa Yordanini ilaboru, ta haga bale Arnoniti ejite bale Yordanitifi haga gaara Hermoni gara mirgati ejitu dabsate fud'ate keesa qubate. Worri hayyoota lama dabsate,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite