Qaabacha Seera 2:30 - KITAABA WAAQA30 Ammo hayyuuni Sioni jed'ani aka lafa isaa keesa dabarru nu gadi ind'iimne. Wonti akanatiifi AABBO Waaqi, keesani ya garaa isa jabeese, nama woi didu isa tolche, aka akasiini isa dabsanne lafa isaa fud'anne iti qubannu. Gade chapit la |