Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 2:25 - KITAABA WAAQA

25 Arraa achi anini nama ch'ufa isani sodaachisa. Nami ch'ufti yo maqa keesani ka d'ahani d'agaye, mudame holata.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 2:25
14 Referans Kwoze  

Lafa suni keesa fulla isani baatani ch'ufa AABBO Waaqi keesani biyya ch'ufa isani sodaachisa, akuma inni kakhate, nami tokoleeni dandae isani dura ineju.


Duuba gochiti lafaa ch'ufti aka AABBO Waaqi, worri kunini kiyya jed'e isani fohate argite isani sodaatti.


Anini nama isaniini morku ufi sodaachisa; nama isani had'ule ch'ufa wowollaalchiise nyaapa keesani ch'ufa garagalche baqachiisa.


Ch'aqasi! Gumi Sheet'ana ta kiyyibde gosa Yahudi ufiini jettu suni, anini si durati jisse, aka worri si guddisu tolcha. Worri ch'ufti aka anini si jaalad'u imbeekha


Worri Misiri worra sodaate, deema worraa iraa gammade.


Worri waan Yoshuani jed'e, Aabbo, woni nu akasi taanefi, waan nu d'ageenne AABBO Waaqi keesani d'uguma waan hojattu isaa Musani jed'e, Anini lafa tana ch'ufa isaanii kenna yo iti d'uftanile nama keesa jiru ch'ufa fit'a. Duuba woni nu akasi taanefi, guddo isani sodaanne, waan lubbu teennale d'amnu seene.


Diri kunini gammadafi ulfinnaafi gurraani naa d'ufa; ammalle gochiti ch'ufti sodaate mudamti, hojja waan dansa anini worra Yerusalemuti tolcheefi hormaata anini dira sunitini d'ufu d'ageetu.


Yakobofi ilmaani isaa godaanaa kaani jennaani nami dira d'aatu suni keesa jiru ch'ufti sodaa reebu dad'abe.


Gurri Daudi fulla ch'ufa gahe, AABBO Waaqi gosa ch'ufa isa sodaachiise.


isaafi worri isaa mumudame, lubbuuni d'ufte.


Worri Yerusalemu akasi d'ageennaani guddo sodaate; wonti akanatiifi diri Gibeoni haga dira hayyu qabu ka taatefu gudda. Inni dira Ai ira jira, ammalle worri isaaleeni worra jajaba, waan lola guddo beekhu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite