12 Worri Hori duri lafa Edomu keesa taa ammo eege d'alooti Esau worra achi achi keesaa gusse balleese, ufi achi qubate, akuma worri Israeli nyaapa worra lafa AABBO Waaqi kenneefi keesaa gusse.
AABBO Waaqi worra Edomu, ka d'aloota Esaule, ka lafa gaareeni ta Edomu keesa taau, ya akasuma tolcheefi. Inni worra Hori balleese jennaani worri Edomu lafa worraa fud'ate, keesa tae, fulla worri arrale jiru.
gosa Hori ta gaara Seiri dabsatani, haga Elparani moga lafa alooti gussani artini baasani.
Sihonini nama isaa ka lola ch'ufa fud'ate, d'aatu dira Yahesa nu had'u d'ufe.
Duuba akuma AABBO Waaqi nuuni jed'e, nu kaane galaana Zeredi taakine.