Qaabacha Seera 19:6 - KITAABA WAAQA6 Yo diri suni toko ch'alla taate, takachi suni nama ira fagaata duuba fiit'aani nama ijeesani suni ka haalo baasufi, nama kaani ka woma keesa injirre hegeri d'aqabe ijeesa. Ka ufuftu nami sunini namuma nyaapa isaa intahini danu ijeese. Gade chapit la |
Amma tana, Aabbo, gochiti tiyya ch'ufti nati kaate waan nani jettu, gurba oboleesa isaa d'ae ijeesa kaani nuu kenni, aka waan inni oboleesa isaa ijeesefi nuleeni isa ijeemnu. Duuba hojja worri kara sunini gurba kana ka na d'aalule ijeese, worri daara na d'owe d'iirsa kiyya ka injirrele maqa balleesa.