Qaabacha Seera 19:12 - KITAABA WAAQA12 duuba jaaroleeni dira inni keesati d'alate suni ha nama ergite, isa qabani, harka fiit'a namicha inni ijeese suniti kennani; akanaani nami suni isa ijeese haalo baafatu. Nama akasi suni diqole Gade chapit la |
Amma tana, Aabbo, gochiti tiyya ch'ufti nati kaate waan nani jettu, gurba oboleesa isaa d'ae ijeesa kaani nuu kenni, aka waan inni oboleesa isaa ijeesefi nuleeni isa ijeemnu. Duuba hojja worri kara sunini gurba kana ka na d'aalule ijeese, worri daara na d'owe d'iirsa kiyya ka injirrele maqa balleesa.