Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 18:12 - KITAABA WAAQA

12 Wonti akanatiifi AABBO Waaqi keesani nama waan hamtu akana kana tolchu ch'ufa injibba; maro waan sunitifi gosa suni ch'ufa lafa isaani keesa isani duraa gussa.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 18:12
9 Referans Kwoze  

Waan akana kana tokole tolchitani ufi int'ureesina; wonti akanatiifi gochiti anini isani duraa baasu, waan akana kana tolchite ufi t'ureesite.


Eegi AABBO Waaqi keesani worra isani duraa gusse, garaa keesani keesati maruma dansuma teennatifi AABBO Waaqi lafa tanaani nu d'ufe, fud'ad'a nuni jed'e injed'ina. Wonti akanatiifi AABBO Waaqi maro hameenna worra kanatifi worra isani duraa gussa.


Hujiini worraa lafa t'ureesite jennaani anini lafa suni maro t'uri sunitifi balleese, laftileeni nama isi keesa tau ufiraa gussite.


Worra gosa Lawi ka dira keesani keesa tau inded'ina; wonti akanatiifi worri qooda lafa tokole inqabu.


tanaafi anini isa dide, harka hayyu lafa d'ibiti kenna. Inni ch'ubbu mukha suni gula waan isaa male tolcha.


Maro dansumafi qajeeluma teesanitifi AABBO Waaqi lafa suni isanii inkennu, ammo maro hameenna worraatifi maro inni kakhu duri ababoota teesani Abrahamufi. Isaaqofi Yakobooti kakhate guutu fed'uufi, inni worra lafa keesaa isaani duraa gussa.


Nad'eeni woya d'iiraa inkeyaatini, d'iirtileeni woya nad'eeni inkeyaatini; wonti akanatiifi AABBO Waaqi keesani nama waan akana kana tolchu injibba.


Ammalle Yosiani falfaltuufi worra ayyaanatifi ammalle akheekha waan aka Mana Waaqa keesati kad'attani ch'ufa Yudafi Yerusalemu keesa balleese, aka akanaani t'aafi kitaaba qaallicha Hilkia jed'ani, Mana Waaqa keesati arge kaani keesa jirtu guutufi tolche.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite