Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 17:4 - KITAABA WAAQA

4 Yo dubbi akasi suni d'ageetani, aka dansaa qorad'a. Yo dubbini hamtuni akasi sunini, ka Israeli keesati taate, mirkama taate,

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 17:4
8 Referans Kwoze  

Isii aada teenna, ato qara nama dubbi isa d'ageete waan inni tolche inhubatiini wollaala iti imurani?


Jaallabooti dubbi ha aka dansaa qorqoratte ilaaltuti, hojja nami nama himu kaani nama waan d'araatiini hime dubbini suni isa ira deebite,


Nu Waaqa waan inni wo d'ossufi guddimna; ammo hayyoota waan isiini woi nama barsiifte namaa didufi ulfeesina.


duuba nama waan hamtu suniini d'ufe dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.


Ammo yo wonti inni himateeni sunini d'uga taate, ka wonti aka intalti dubra garsiiftu tokoleeni injirre,


nama dira suni keesa jirufi looni worrale hobaasa, woma illakisina. Dira worrale ch'ufa balleesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite