Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 17:11 - KITAABA WAAQA

11 Dubbi worra fud'ad'a, gula deema, diqole mirgaafi bita iraa ingorina.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 17:11
16 Referans Kwoze  

Amma ilaafini, aka dansa garaa jabaad'i, Seera hojattuuni tiyya Musani sii kenne ch'ufa guuti. Seera suni diqole iraa ingorini, aka wonti atini tolchu feetu ch'ufti sii guutamtu.


Worri Waaqa imbeenne ka baanani kunileeni akasuma taha, oobju keesa nafa ufiti dabe, jabeenna Waaqa tuffate, guddinna gubba ka jabeenna qabu arabse.


keesuma worra d'araa nafa hama gula yae jabeenna Waaqa tuffatu. Barsiiftuuni d'ara tunini ch'ufti daalle kiyyibdu, ta mata jabaattu, ta uumata gubba jira insodaanne arabsitu.


Gumi teetiini, Dubbi jara lafa fidutiifi ta worra gugurda ch'aqasa, guuta, waan dansa ch'ufa tolcha jed'i qaabsiisi.


mirgaafi bitale ingorini, hameenna lagad'i, qajeeli deemi.


Jennaani hayyichi waan jed'eeni, Dubbi tana Yoabuti afaaniti si guure mo? Isiini waan jetteeni anini maqa keetiini kakhad'a, ee hayyicha, karaani tokoleeni ka anini gaafi tante ira goruni injiru. D'uguma, nami waan akana ch'ufa akana tahi, akana jed'i nani jed'e hojattu kanke Yoabu.


Tanaafi waan kitaaba Seera Musa keesati t'aafani ch'ufa jabeesa, tolcha, guuta: Diqole mirgaafi bitaa iraa ingorina,


ammalle dubbi tana tokole mirgaafi bita iraa goru diddani yokhaani waaqa d'ibi inkad'anne.


Hojja nami lama jaaroleti woli himate jaaroleeni dubbi qorte, toko d'ugaa murte, kaani wollaala iti murte,


Tunini herega hegeri inni waan nama d'ibi iraani jiru ufi sehu keesati ijeefte ammalle seera Waaqale ch'absu d'owarti. Duuba inni ganna heddu huji suni keesa tae, ilmaani isaaleeni haga d'aloota hedduu worra Israeli fiddi.


Worra Israeli eegad'a, aka waan ch'ufa ka AABBO Waaqi keesani isaniini jed'e kana tolchitani. Aada isaa tokole indidina


Ammalle seera anini Musani isani kenne gumi Israeli barsiisu maltani.


Yo worri artiti dubbi laale mure, Waan worri isaniini jed'e tolcha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite