Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 16:11 - KITAABA WAAQA

11 AABBO Waaqa keesani durati gammada, isani, ilmaani teesani, hojattu teesani, worra gosa Lawiti, keessuma teesani, hiyyeeyifi nad'eeni hiyyeeyi ta dira keesani keesa teetu. Jila suni fulla AABBO Waaqi fohateeti tolfad'a.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 16:11
16 Referans Kwoze  

Achiti isa durati, isanifi ilmaani teesanifi hojattu teesanifi worri Lawi ka dira keesani keesa tauleeni gammada; qaabad'a aka worri Lawi qooda lafa inqamne.


Achiti, AABBO Waaqa keesani ka isani eebise durati, isanifi worri keesani sagale nyaattani waan dansa isani hojattani iraa gammaddani.


Isanifi ilmaani teesanifi hojattu teesanifi worri Lawi ka dira keesani keesa tauleeni waan Waaqaa baasani kana AABBO Waaqa keesani ch'alla durati soorad'a fulla kad'acha ta AABBO Waaqi keesani fohate suni ch'alla keesati soorad'a. Ammalle waan tolchitani ch'ufa ira gammadu maltani.


Maro Aabbootiifi hojja ch'ufa gammada. Anini ammalle isaniini injed'a: Gammada!


Waan isani d'ugefachaani jabaatanifi nu waan isani d'ugefachu maltani isaniti himuti injiru. Ammo nu aka gammada argattani isani woliini hojachuuti jira.


Waan kana ch'allaaniti; nu maro Aabbo keenna Yeso Kristotiifi Waaqa keesa gammanna, ka amma jaalaani Waaqa nu tolche.


anini inuma gammade qilit'ama, waan AABBO Waaqi na baaseefi.


Atini nama gammadaani d'uga gula deeme kara kanke jabeese qaabatu qarqaarta. Ato atini nuti dallantele, nu daba iraa indeebine, hojja ch'ufa inuma tolchina. Ato dallansuuni tante guddo taatele, nu haguma duriti ch'ubbuma gula yaane.


Jila suni keesa isanifi ilmaani teesani, hojattu teesani, worra gosa Lawiti, keessuma teesani, hiyyeeyefi nad'eeni hiyyeeyi ta dira keesani suni keesa jirtu woliini gammada.


Fulla sorio iti qalani biyyeeni naa mid'aasa, ammalle artiti sorio hoolatiifi ta looni gubaa na baasa, aka sorio wold'ageeti taatu; fulla anini fohad'e isani iti na kad'attani ch'ufa anini d'ufe isani eebisa.


Sagaleeni tunini ta worra gosa Lawiti wonti akanatiifi worri qooda lafa inqabu: ammalle sagaleeni suni ta keessumatifi ta hiyyeeyitifi ta nad'eeni d'iirsi ira due ta dira keesaani keesa teetuti. Worri ha d'ufe nyaate quufuti. Waan kana tolcha, duuba AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.


duuba jila gaafa mid'aani murani tolfad'a AABBO Waaqa keesani guddisa; aka inni isani eebise gula waan fed'i teesaniini isaa baaftani baasaafi.


Waan dansa AABBO Waaqi keesani isanifi worra keesaniti kenne jed'a galata deebisaafi: ammalle isanifi worra Lawitifi keessuma isaani keesa jirtuleeni woliini gammada.


Lafa gosa teesani ch'ufa keesaa, AABBO Waaqi fulla toko, ta gumiini isa dura d'ufte isa kad'atu, fohata.


Ato nu agarru, mid'aani nuraa balleesani, nu waan taanu inqamnu. Gammachufi qilit'ami Mana Waaqa keenna keesa injiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite