Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 15:7 - KITAABA WAAQA

7 Yo dira lafa taatefu, ka AABBO Waaqi keesani isanii kennu tana keesa, gosa teesani keesaa deegi jiraate, garaa jabaatani, ufo taatani, qarqaaru indidina.

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 15:7
15 Referans Kwoze  

Ganni gati nama lakisani ya d'aate jettani, waan hamtu hereddani, gati ind'owatiina. Heregi akasi hamaani suni qalbi teesani inseeniini. Yo isani gati d'owattani, inni AABBO Waaqati bohe, isani ch'ubbu keesa seentani.


Nama boha hiyyeesa ch'aqasu dide, ato inni qarqaarsa bohele isa inch'aqasani.


Ammo inni dide, hid'aansa keesa isa buuse, haga inni gati baasuuti.


Nama wo si kad'atu kenni; ka wo liqefatu ind'owatiini.


Yo isani hiyyeesa kiyya beese liqeesitani, aka nama nama beese liqeesu ufi tolchitani, beese liqeesitani taani male tirfi womatu ira imfed'atiina.


Yo nami gosa teesani ka Israeli hiyyoomate ufi bulchu dad'abe qarqaari, aka atini keessuma qarqaartu, aka duuba inni sibiraa infagaanne.


Deega haguma jirani lafa teesani keesa ind'abani; tanaafi anini amma qarqaara wo kennaafi isaniini jed'a.


Nama hiyyeesa isani hojattu ka gosa teesani yokhaani nama gosa d'ibi ka dira keesani keesa tau taanaani, waan inni sila isani ira argachu male d'owartani indabsina.


Eegi suni nami hedduni, d'iirafi nad'eenileni, gosa isani ta Yahuditi gungumani,


Nami hiyyeesa wo kenne ya Waaqa wo kenne, AABBO Waaqileeni waan inni kenne suni inuma deebisaafi.


ammalle nama beela qabu quubsitani, nama gaargala qabu, gaargala keesaa baaftani, dukanti isani marsitu tunini garagagalte ifsa guyyaa taati.


Tanaafi Yahudiini dira didiqa keesa teetu guyya kud'ani afreeso, ka jia Adari jed'ani, qaabate jila tolfatte, guyya wo nyaatani sagale woli kennani tolfatti.


Guyyaani lamaani suni guyya Yahudiini nyaapa ufi dabsatte hobaafte; jii sunini qara jia laalalatiifi ufi jibbaata, ammo eege garagale jia gammadatiifi ka bad'aad'a tahe. Duuba waan jed'aniini, Guyya kana qaabad'a, wolti baha, sagale woli keenna, nyaad'a, gammada, hiyyeesale wo keenna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite