Qaabacha Seera 15:10 - KITAABA WAAQA10 Dubbi male garaa tokooni isaa kenna, duuba AABBO Waaqi waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa. Gade chapit la |
Sagaleeni tunini ta worra gosa Lawiti wonti akanatiifi worri qooda lafa inqabu: ammalle sagaleeni suni ta keessumatifi ta hiyyeeyitifi ta nad'eeni d'iirsi ira due ta dira keesaani keesa teetuti. Worri ha d'ufe nyaate quufuti. Waan kana tolcha, duuba AABBO Waaqi keesani waan isani tolchitani ch'ufa keesa isani eebisa.