Qaabacha Seera 13:15 - KITAABA WAAQA15 nama dira suni keesa jirufi looni worrale hobaasa, woma illakisina. Dira worrale ch'ufa balleesa. Gade chapit la |
Ammo raagafi nama waan oobju himu ka akasi suni ijeesa; wonti akanatiifi inni AABBO Waaqa, ka lafa Misiri fulla isani tisse iti taatani keesaa isani baase, iraa gora jed'e isani barsiisa. Nami akasi suni hama, kara AABBO Waaqi keesani keesati bulla isaniini jed'e iraa isani gorsu fed'a. Tanaafi isaa ijeesuu maltani, aka waan hamtu akasi ufi keesaa baaftani.