14 Yo waan akasi fa d'ageetani, aka dansaa dubbi suni jabeesa qorqorad'a; yo d'uguma wonti hamtuni akasi sunini taate,
Yo dubbi akasi suni d'ageetani, aka dansaa qorad'a. Yo dubbini hamtuni akasi sunini, ka Israeli keesati taate, mirkama taate,
Yo jaarsa gumi himatani haga nami lama sadi d'uga iti bahuti dubbi suni inch'aqasiina.
Nama nafa laaltani inqorina, ammo d'uga gula qora.
Inni haad'a hiyyeesatifi hiyyeeyile qorqorate dubbataafi: Inni keessuma teennale jaalate beelafi daara baasa.
Yoi nama nama ijeese ijeesani, yo nami lamafi sadi, inni ya nama ijeese jed'e hime ch'alla; himaansi nami toko, nami kunini ya nama ijeese jed'e ingahu.
aka nami keesani ka gari, seseegi woma keesa injirre, worra dira suni sobe waaqa isani taka inkad'atiini kad'achiisu hegeri d'ageetani.
nama dira suni keesa jirufi looni worrale hobaasa, woma illakisina. Dira worrale ch'ufa balleesa.
Niiti seseega woma keesa injirre na insehini wonti anini haga kana ch'ufa Waaqa akasi kad'ad'eefi maro gaargala gudda qabuufi.
Ilmaani Eli nama hamama woma keesa injirre. Worri AABBO Waaqa insodaanne