Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Qaabacha Seera 12:8 - KITAABA WAAQA

8 Hojja guyyaani suni gahe, aka amma tolchitani kana tolchu himmalle. Haga ara isaniini ch'ufti waan feetani tolchitani;

Gade chapit la Kopi




Qaabacha Seera 12:8
10 Referans Kwoze  

Gaafasi Israeli keesa hayyuuni injiru, nami ch'ufti woma fed'i ufi taha.


Bara suni hayyuuni lafa Israeli keesa injiru, tanaafi nami ch'ufti waan fed'u tahe.


Nami waan tolchu ch'ufa qajeeltu seha, ammo AABBO Waaqati herega nama ch'ufaa beekha.


Duuba akasiini Waaqi worra yaala bahe, aka worri urji gubbaa kad'atu iti lakise, akuma kitaaba raagoota keesati t'aafani, Gosa Israeli, isani ganna afurtama lafa aloo keesati sorio naa inqalle.


Waan kana bara ch'ufa tolchu maltani. Handaari kunini beesisa isanii taha, aka hojja isa agartani ch'ufa seera kiyya qaabatani guutani; yo akasi tatani, nara gortani fed'ifi d'araa teesani gula imbanne.


Isani gumi Israeli, gaafa lafa aloo ta gamooji keesa ganna afurtama teetani, soriofi waan naa baaftani d'ibi, ya na d'uftaniini?


Achiti, AABBO Waaqa keesani ka isani eebise durati, isanifi worri keesani sagale nyaattani waan dansa isani hojattani iraa gammaddani.


wonti akanatiifi isani qara lafa AABBO Waaqi keesani isanii kennu ta isani nagayaani keesa teetani, ingeenne.


Jennaani Yoshuani waan gumi Israelitini jed'e, Koota dubbi AABBO Waaqa keesani ch'aqasa.


Ato nama lafa Misiriti bahe qabanqaba qabanifile nama lafa aloo eegi lafa Misiri keesaa bahani karaati d'alate taka qabanqaba inqabneefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite