22 Nami ch'ufti, qulqulloofi ka qulqullo intahinile dandae fooni suni nyaata, akuma inni fooni hidditifi ka saala nyaatu.
Yo fullaani AABBO Waaqi keesani fohate iti na kad'ad'a jed'e isani iraa guddo fago taate, hojja feetani dandeetani loonifi ree, ka AABBO Waaqi isanii kenne, qalattani worrati nyaatani, akuma anini isaniini jed'e kaani.
Eegad'a, d'iiga ch'alla insooratina; wonti akanatiifi jireenni d'iiga keesa jira, tanaafi jireenna sunifi fooni ka woliini jira insooratina.
hiddi, saala, gadamsa, gugufto, bushaa ch'ufa —
Hori akana kana worrumati nyaad'a. Nami qulqulloofi ka qulqullo intahininleeni, akuma hiddifi saala nyaattani ha nyaatuti.