Qaabacha Seera 12:10 - KITAABA WAAQA10 Hojja galaana Yordani taakitani AABBO Waaqi lafa suni isani kenne isani keesa teetani. Inni nyaapa keesani ch'ufa isani iraa d'owe, isani nagayaani teetani. Gade chapit la |
qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi qonqo gammada ta guyya fuud'a, d'agayani. Qonqo nama waan galata baasani Mana kiyyaani d'ufe sirbule d'agayani. Worri waan jed'u, AABBO Waaqa gudda galata deebisa, inni dansa, jaalalti isaaleeni haga jiru jireenna teeti. Anini lafa tana eebise finna duri isiini qabdu kaani deebisaafi. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.